Eega adda blisummaa ummata/toota Itoophiyaa (ENLF) Dimashqitti 1972 labsine booda waan argame tokko tokko asirratti kaasuu fedha. Adeemsa qabsoo teennaarraa waa heddu baranna. Kana malellee namoonni Continue reading “Waan tare maal dhiifnee, maal kassuu barbaachisa?”
Category: Oromifa
Foon kiyya nyaatte
Tapha dhugaa, ka’i mugaa
Abbaa Tolaa: ( eega nyaatarraa bayanii ) Nyaata gaarii gootan kaa
Haadha Zahra: ( biddeena olfuudhaa ) Haga Dabrituu teessasnii hingoonu
Karra Dirree bakka maraa
******
واوحى ربك الى النحل ان اتخذي من الجبال بيوتا ومن الشجر ومما يعرشون الخ
صدق الله العظيم
********
Aman: Namni lafa guute.Akkamitti bakka
Yaadachiisa gudda
Karaa maraan haaqabsoofnu
Hinyaadachiisa, hingaafachiisa, hindhaabachiisa
Bariisa yaada haarawaan haa guunnu
Yaaduu fi yaadachuun walkeessa jiran. Yaanni dhugaa
Sirba Gadaa
Maal siin jedhaa gadii qaanquunNama si jaalatuu dayma haanquun
Maal eeine guyyaan gayee marga
walii haa murruu
Maal eeine duumessi taree ala waliin haa bulluu
Jaalalli bahra yaa’uu, jaalalli bahra yaa’uu
Hindhaabadhuu, gad hintaa’uu
Hindhabadhuu, gad hintaa’uu
Waaqa ,Si malee maaltu jiraa
Waaqa, Simalee maaltu firaa
Jaalalli bahra yaa’uu
Hindhaabadhuu
Gad hintaauu
Kinniisa
Akkam jirta handarii adii, handarii adii
Maaltu jira asii gadii, asii gadii
Mucaan maa booyee,
Qunbii
Dubbii maa si nyaadha
Qunbii maa si baadha
Qunbi maa si baadha
Naa himaa dafaa
Ani har’a maa rafaa
Natti dubbadhu kaleessaAni maa sitti dheessa
Dubbii maa si nyaadha
Qunbii maa si baadha
Har’aafi truun
Ammaafi jiruun
Yaadadhu kaleefi borii
Dhaabadhu har’aafi qorii
Har’aafi truun
Ammaafi jiruun
Ammaafi jiruun
har’aafi truun
Ilmaan Oromo yaada gurguddaa yaada
Afaan Germaniitti ein Mal ist kein Mal jedhama. Bal’ifnee yoo laalle akkana jechuu: Wani namni yoo tokko jalqabatti godhu homaa miti . Yoo balleessaa taate dhiifamatu godhama. Garuu irra hindeebi’in. Yoo tolchaa taate silaa baraavo. Irra deddeebi’ii tolchi. Obboleewaan, obboleettiwwan Continue reading “Ilmaan Oromo yaada gurguddaa yaada”
Teater: Waan adii laga gadii
Nama sadituu manatti waliin haasawa.
A: Abboo dukkana keessaa oltari
B: Ani dukkana jaaladha
A: Dukkana jaaladha! Taa’i kaa dukkana keessa maaltu nugaye.
Sila maa ofiifi walillee sossobna?
Tokkumman adeemsa qabsoo dhuftii
Oromoon guddinnaan wanni isiin dubbattu waan tokkummaa dhaabbota Oromoti. Wanni gaafachuu nubarbaachisu:
Wanni gaafachuu nu barbaachisu: Nu Oromoo keessa namni yaadaafi laalchi isaa tokkoo lakkofsa hinqabu. Qabsaayutti jirraa? Maaltu nudhoogge? Tokkummaan dhabamuù? Duraandursee ofittiifi walittillee kijibuu haadhiifnu jedha ani. Namni yoo